jemal nasiroAug 4, 20212 min readTuuta /setsBoqonnaa 1 Tuuta ( sets) ፠ Qabxiilee marii ✍ Tuutni maali? ✍ Fkn tuutaa kenni. ✍ Miseensa tuutaa jechuun maali? ✍ Moggaasni tuutaa fi...
jemal nasiroJun 24, 20211 min readSolving Linear Equation & Inequalitieshttps://math.libretexts.org/Courses/Community_College_of_Denver/MAT_123_Finite_Mathematics/01%3A_Linear_Equations_and_Lines/1.01%3A_Solvi...
jemal nasiroJun 24, 20211 min readAbbaltii Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa1. Geengoon maali? 2. Garaagarummaa raadiyasii(r), koordii fi diyaameetirii(d) ibsi. Hariiroo r fi d immoo foormulaan kaa'i. 3. Foormulaa...
jemal nasiroJun 22, 20211 min readAbbaltii Herregaa Kutaa 7ffaa 1. Rog-baay'een maali? Fakkeenya rog-baay'ee kenni. 2. Garaagarummaa rog-baay'ee konveeksii fi konkeevii ibsi. Fkn kenni. 3. Maalummaa...
jemal nasiroJun 22, 20211 min readLakkoofsota Hundaa Gatii Bakkaan Kaa'uuGilgaala Shaakalaa Lakkoofsota armaan gadii gatii bakkaa isaanii sirritti ilaaluun guuti. a) 267= 2______________________...
jemal nasiroJun 17, 20211 min readAbbaltii Herregaa Kutaa 7ffaa1. Rog-sadeen maali? 2. Rog-sadeen roga irratti hundaa'uun bakka meeqatti qoodama? Isaanis tarreessi. Akkasumas garaagarummaa isaanii...
jemal nasiroApr 28, 20211 min readDeesiimaaliiDeesiimaaliin firaakshinii waamsisaan isaa kudhan(10) ta’eedha Fkn 0.1, 0.2, 0.3, 0.4, __,__,__ 3.5.1 Deesiimaalota kurnaffaa,...
jemal nasiroApr 27, 20211 min readGaaffilee ShaakalaaHub. Tarkaanfiilee/ulaagaalee hunda eeguun dirqama. 1. Daawwannaa galma oromoo magaalaa Finfinneetti argamutti gaggeeffameen meeshaaleen...
jemal nasiroApr 22, 20213 min read1.1.2 Lakkoofsota Hundaa 1,000,000 OliiSeensa qabiyyee kanaa: Qabiyyee kana keessatti waa’ee lakkoofsa hundaa 1,000,000 olitti jiranii gatii bakkaan kaa’uu, dubbisuu fi...
jemal nasiroApr 16, 20211 min readWalakkaa FiraakshiniiWalakkaan waan guutuu tokko bakka wal-qıxa lamatti qooduun gahee argamuudha. Walakkaa firaakshinin yoo barreessinu ½ ta'a. Walakkaa fi...
jemal nasiroApr 7, 20211 min readGuutuu Firaakshinii Guutuu jechuun wanta osoo hin hir’atin ykn qoqqoodamee osoo hin hin hn8 jiruudha. Guutuu danaan yoo agarsiifnu haala fakkii irra...
jemal nasiroApr 4, 20211 min readBu'aa Akka Dhibbarraatti Shallaguu.*Bu'aan daldala tokko keessatti gatiin gurgurtaa(g.g) gatii bittaa (g.b) yoo caaleedha. Bu'aa= g.g - g.b %Bu'aa = (g.g - g.b)/(g.b) x...
jemal nasiroApr 2, 20211 min readBaay'attoota 100 QoyyabuuBaay'attoonni 100=0, 100, 200, 300, _, _, _ Baay'attoota 100 walitti ida`uu fkn i) 200 + 300= 500 ii) 500 + 200= 700 iii) 600 + 300=...
jemal nasiroMar 12, 20211 min readHiruu Haftee Hin Qabne💠 Lakkoofsa hundaa kamiiyyuu waliif hiruun hafteen isaa yoo zeeroo ta’e lakkoofsichi haftee hin qabu jechuudha. fkn a) 48 ÷ 4=____ 12...
jemal nasiroMar 12, 20211 min readHiruu Lakkoofsota Hundaa.✳ Hiruun adeemsa irra deddeebi’anii hir’isuun argama. fkn a) 15 ÷ 5=_____ b) 28 ÷ 7=_____ 15- 5=10 28 - 7=21 10- 5=5 ...
jemal nasiroMar 11, 20211 min readLakkoofsa Hundaa Jechaan Barreessuu.fkn i) 207- Dhibba lamaa fit torba. ii) 408- Dhibba afurii fi saddeet. iii) 452- Dhibba afurii fi shantamii lama. iv) 826- Dhibba...