top of page
Writer's picturejemal nasiro

Abbaltii Barnoota Herregaa Kutaa 7ffaa


1. Geengoon maali?
2. Garaagarummaa raadiyasii(r), koordii fi diyaameetirii(d) ibsi. Hariiroo r fi d immoo foormulaan kaa'i.
3. Foormulaa naannawa(marsaa) geengoo barreessi.
4. Geengoo raadiyasiin isaa 6cm ta'eef; naannawa(marsaa) barbaadi.
5. Geengoo diyaameetiriin isaa 10cm ta'eef; marsaa isaa barbaadi.
6. Geengoo naannawni isaa 16paycm ta'eef; raadiyasii fi diyaameetirii barbaadi.
7. Foormulaa bal'ina geengoo barreessi.
8. Geengoo raadiyasiin isaa 5cm ta'eef; bal'ina isaa barbaadi.
9. Geengoo diyaameetiriin isaa 12mm ta'eef; bal'ina barbaadi.
10. Geengoo bal'inni isaa 36paycm² ta'eef; raadiyasii fi diyaameetirii isaa barbaadi.
11. Geengoo bal'inni isaa 49paycm² ta'eef; marsaa geengoo kanaa barbaadi.






294 views0 comments

Recent Posts

See All

Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaa

BOQONNAA 2 MAATARII NAANNOO KEENYAA 2.2 Amaloota fiizikaalaa fi keemikaala maatarii Amaloota fiizikaala maatarii jechuun maali? Amaloota...

Herrega Kutaa 7ffaa

BOQONNAA 2 INTIIJAROOTA 2.1 Keessa deebii Lakkoofsota lakkaawwii fi hundaa 2.2 Seensa Intiijarootaa Ibsa gahaa mata dureewwan lamaan kana...

Kutaa 7ffaa

BOQONNAA 1 TUUTA 1.1 Maalummaa tuutaa https://jemalnasiro.wixsite.com/mysite/post/herrega-kutaa-7ffaa-3

Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page