top of page

Deesiimaalii

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Deesiimaaliin firaakshinii waamsisaan isaa kudhan(10) ta’eedha Fkn 0.1, 0.2, 0.3, 0.4, __,__,__ 3.5.1 Deesiimaalota kurnaffaa, dhibbaffaa fi kumaffaa Deesiimaalota kurnaffaa fkn 0.1, 0.2, 0.3, 0.4, __,__,__ Deesiimaalota dhibbaffaa Fkn 0.01, 0.02, 0.03, _,_,_, 0.10 , 0.11, _,_,_, 0.99 Deesiimaalota kumaffaa Fkn 0.001, 0.002, 0.003, _,_,_, 0.010 , 0.011, _,_,_,0.100, 0.111_, _, _ Gaaffilee Shaakalaa Gaaffileee armaan gadiif haala gaaffichaa irratti hundaa’uun deebisi. Deesiimaaliin maali? Fakkeenya deesiimaalota kurnaffaa sadi barreessi. Fakkeenya deesiimaalota dhibbaffaa sadi barreessi. Fakkeenya deesiimaalota kumaffaa sadi barreessi.


Recent Posts

See All

Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player

JMEL:Jemal Mathematics Education Lab

©2021 by JMEL:Jemal Mathematics Education Lab.

bottom of page