Hub. Tarkaanfiilee/ulaagaalee hunda eeguun dirqama.
1. Daawwannaa galma oromoo magaalaa Finfinneetti argamutti gaggeeffameen meeshaaleen babbareedinaa adda addaa dawwatamanii jiru. isaan keessaa muraasni Boraatii 25, 15, 20, 30, 10tu argame.
a) odeeffannoo kana bifa gabateen kaa'i.
b) odeeffannoo Kanaaf giraafii sararaa ijaari.
c) odeeffannoo Kanaaf chaartii paayii ijaari.
2. Garaagarummaa giddu-galeessa, moodii, miidiyaanii fi reenjii daataa gidduu jiru ibsi.
3. Daataa 20, 30, 60, 10, 20, 50, 70, 90, 80 jedhu irrati hundaa’uudhaan giddugaleessa, moodii, miidiyaanii fi reenjii daatichaa barbaadi.
Hayyee