Kutaa 8ffaajemal nasiroDec 30, 20211 min readUpdated: Jan 5, 2022Diriiroo Fi Sarara Qajeelaa(Coordinates and Straight Lines)2ffaa. Giraafii diriiroo Ko'oordineetii ibsama y=b; b€Q ta'ee ijaaruu.**Sararri(siiqqeen) y=b kun siiqqee x waliin wal-tarree ta'a.**Sararri y=b kun siiqqee y tuqaa b keessa darbuun siiqqee x'f waltarree ta'a.**Yoo b>0 ta'e, sararri y=b kun siiqqee x irraa gara olii oola.Kunis (a, b); b>0, b=2, (-3, 2), (-1, 2), (0, 2), (1, 2), (2, 2)**Yoo b<0 ta'e, sararri y=b jedhu siiqqee x irraa gara gadii oola.Kunis (a, -6); b<0, b=-3, (-2, -3), (-1, -3), (0, -3), (1, -3), (2, -3)**Yoo b=0 ta'e, sararri y=b jedhu siiqqee x irra oola.Kunis b=0; y=0; (-2, 0), (-1, 0), (0, 0), (1, 0), (2, 0)Fkn a) Diriiroo ko'oordineetii kenname irratti giraafii y=2 fi y=-2 ijaari. i) Giraafii y= 2 ii) Giraafii y= - 2 b) Diriiroo ko'oordineetii irratti giraafii y=3 fi y=-4 ta'ee ijaari.
Diriiroo Fi Sarara Qajeelaa(Coordinates and Straight Lines)2ffaa. Giraafii diriiroo Ko'oordineetii ibsama y=b; b€Q ta'ee ijaaruu.**Sararri(siiqqeen) y=b kun siiqqee x waliin wal-tarree ta'a.**Sararri y=b kun siiqqee y tuqaa b keessa darbuun siiqqee x'f waltarree ta'a.**Yoo b>0 ta'e, sararri y=b kun siiqqee x irraa gara olii oola.Kunis (a, b); b>0, b=2, (-3, 2), (-1, 2), (0, 2), (1, 2), (2, 2)**Yoo b<0 ta'e, sararri y=b jedhu siiqqee x irraa gara gadii oola.Kunis (a, -6); b<0, b=-3, (-2, -3), (-1, -3), (0, -3), (1, -3), (2, -3)**Yoo b=0 ta'e, sararri y=b jedhu siiqqee x irra oola.Kunis b=0; y=0; (-2, 0), (-1, 0), (0, 0), (1, 0), (2, 0)Fkn a) Diriiroo ko'oordineetii kenname irratti giraafii y=2 fi y=-2 ijaari. i) Giraafii y= 2 ii) Giraafii y= - 2 b) Diriiroo ko'oordineetii irratti giraafii y=3 fi y=-4 ta'ee ijaari.
Comentarios