top of page

Herrega Kutaa 8ffaa

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Gaaffilee Shaakalaa Boqonnaa 5: Geengoolee

  1. Geengoon maali?

  2. Sararoota geengoo keessaa tarreessi.

  3. Sararoonni qajeeloo fi geengoon hariiroo isaan waliin qaban ibsi.

  4. Kofoota geengoo keessaa tarreessi.

  5. Golboon geengoo maali?

  6. Hariiroo kofoonni geengoo keessaa fi golboon geengoo waliin qaban adda baasii ibsi.

Hub. Gaaffilee dabalataa viidiyoo gadii keessaa ni argattu. Deebii gaaffii immoo yeroo dhihootti argattu.



147 views0 comments

Recent Posts

See All

Kutaa 8ffaa

Kutaa 8ffaa

コメント


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page