top of page

Herrega Kutaa 8ffaa

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Gaaffilee Barnoota Herregaa Kutaa 8ffaa Boqonnaa 3 fi 4

Qajeelcha: Gaaffilee Armaan Gadii Haala Gaaffichaa Irratti Hundaa’uun Deebisi.

1. Ibsamoota armaan gadiif giraafii ijaari.

a) y=2 fi y=-3 b) x=3 fi x=-3 c) y=-⅔x fi y=2x

2. Dhundhulli giraafii y=3x meeqa ta'a?

3. Dhundhulli sarara (2, 3) fi (5, 4) barbaadi.

4. Garaagarummaan diriiroo ko'oordineetii fi sirna ko'oordineetii maali?

5. Garaagarummaan oordineetii, absiisaa fi tuqaa handhuuraa maali?

6. Tuuta furmaata himoota wal-qixaa fi wal-caalmaa kennamanii barbaadi.



Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player

JMEL:Jemal Mathematics Education Lab

©2021 by JMEL:Jemal Mathematics Education Lab.

bottom of page