top of page

Kutaa 8ffaa

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Diriiroo Fi Sarara Qajeelaa(Coordinates and Straight Lines)

1ffaa. Giraafii diriiroo Ko'oordineetii ibsama x=a; a€Q ta'ee ijaaruu.

❖ Sararri(siiqqeen) x=a kun siiqqee y waliin wal-tarree ta'a.

❖ Sararri x=a kun siiqqee x tuqaa a keessa darbuun siiqqee y'f waltarree ta'a.

❖ Yoo a>0 ta'e, sararri x=a kun siiqqee y irraa gara mirgaatti oola.

Kunis (a,0); a>0, a=6, (6,-4), (6,-2), (6,0), (6, 2), (6, 4)

❖ Yoo a<0 ta'e, sararri x=a jedhu siiqqee y irraa gara bitaa oola.

Kunis (-a, 0); a<0, a=-6, (-6, -3), ( -6, -1), ( -6,0), (-6, 2), (-6, 5)

❖ Yoo a=0 ta'e, sararri x=0 jedhu siiqqee y irra oola.

Kunis a=0; (0, -2), (0, -1), (0, 0), (0, 1), (0, 2)

Fkn a) Diriiroo ko'oordineetii irratti giraafii x= -6 fi x= 6 ijaari.

i) giraafii x=-6

ii) giraafii x=6


37 views0 comments

Recent Posts

See All

Kutaa 8ffaa

Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page