top of page

Gaaffilee Shaakalaa Kutaa 8ffaa Boqonnaa 1 fi 2

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Updated: Dec 12, 2021

Qajeelcha: Gaaffilee Armaan Gadii Haala Gaaffichaa Irratti Hundaa’uun Deebisi.

1. Iskuweerii lakkoofsota armaan gadii barbaadi.

a. 6 b. ⅘ c. 0.02

2. Kiyuubii lakkoofsota armaan gadii barbaadi.

a. 7 b. ¾ c. 0.3

3. iskuweer-ruuttii lakkoofsota armaan gadii barbaadi.

a. 625 b. ⁶⁴/₁₀₀ c. 0.04

4. Kiyuub-ruuttii lakkoofsota armaan gadii barbaadi.

a. ⁸/₆₄ b. 125 c. 0.001

5. Yoo = 4.84 ta'e; meeqa ta'a?

6. Yoo = 8.76 ta'e; meeqa ta'a?

7. Gatii ruuttota armaan gadii barbaadi.

a. b. c.

8. Ibsama y=x² jedhu keessatti; ___'n iskuweerii sirriiti.

9. Ibsama a=b³ jedhu keessatti ___'n kiyuubii sirriiti.

10. Iskuweerii sirrii kanneen ta'an irra mari.

a. 169 b. 625 c. 990 d. 4000

11. Kiyuubii sirrii kanneen qabate irra mari.

a. 81 b. 1728 c. 729 d. 1331

12. Ibsamni aljebraa maali? Fkn 3 kenni.

13. Gosoota tarmiif fkn tokko tokko kenni.

14. Maxxantuu, jijjiiramaa fi hin jijjiiramneen maali? fkn kenni.

15. Yoo gatiin a=5, b=3 fi c=2 ta'e, gatii ibsamoota armaan gadii barbaadi.

iii. a² + b² - c² iv.

16. Garaagarummaa tarmoota wal-fakkaatoo fi wal-hin fakkaannee maali? Fkn kenni.

17. Ibsamoota armaan gadii qoyyabi.

a. 5[3x-(2x-5)]

b. -[(8-3x)-(2x+9)]

c. x²-3(y - 5 - [6-4(x² - y)]+8y)

d. [25 - 2(x - 7)x3(x² - 9) ÷ 2(x+5)- 18]; x=5

f. -2y(1-3)

i. (3a + 1) (2a+2)

j. (x+y)(x-y)

k. -4(2x+y)(x+y)

18. Maalummaa Hirmaataa fi HWG fkn waliin ibsi.

19. Hirmaattota 2xy² hunda tarreessi.

20. HWG(ab, a²b) barbaadi.

21. HWG(3x², 9xy) barbaadi.

22. Baay'ataa hirmaattotaan gabaabsii barreessi.

b. 12ab - 24a+6a² c. -4xy - 2x²y - 6xy²

23. Ibsamoota armaan gadii salphisi.

a) 12x/6y=

b) 6x - 2/3x - 1

c) 15x + 5/10x - 5

d) 5x+10/5

e) 9xy/18 ÷ 9x²y + 9xy²/6(x-y)

f) 4x + 20/5 ÷ 8x + 40/20

g) 16xy/4 ÷ 4x²y/20

h) 6xy²/7 x 21x²/y÷ 36xy²/81

25. Ida’amni intiijaroota walitti aanaan shanii 35 dha. Intiijarii inni xiqqaan meeqa?

26. 80⁰ Faaraanaayitiin digirii ceentiigireedii meeqa ta’a (⁰C)?

27. Dheerinni rektaangilii tokkoo dalgee isaa harka lama yoo ta’ee fi naannawni rektaangilii kanaa ammoo 30cm yoo ta’e, bal’ina rektaangilii kanaa barbaadi.

28. Reeshoon iskuuweerota lakkoofsota lamaa 36:27 dha. Reeshoon lakkoofsota lamaan kanaa meeqa ta’a?

29. Kiyuubiin lakkoofsa tokkoo 64 yoo ta’e, iskuuweer-ruuttiin lakkoofsichaa meeqa ta’a?

30. Bal'ina iskuweerii dheerinni roga isaa 5m ta'ee barbaadi.

31. Qabee kiyuubii dheerinni roga isaa 4cm ta'ee barbaadi.

32. Kiyuub ruuttiin iskuuweer ruuttii lakkoofsa tokkoo 2 yoo ta’e, lakkoofsichi meeqa ta’a?

33. Iskuweeriin kiyuub ruuttii lakkoofsa tokkoo 25 yoo ta’e lakkoofsicha barbaadi.

34. Lakkoofsa tokko sadiin baay'ate irraa 6 hir’isuu.

35. Lakkoofsi tokko akka hirmataatti al sadii.

36. Ida’ama lakkoofsota hundaa mangoo walitti aanan sadii. (Lakkoofsa mangoo duraa x jedhi)

37. Al afurii lakkoofsa tokkoo kan shaniin caalu




143 views0 comments

Recent Posts

See All

Kutaa 8ffaa

Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page