Gaaffilee Shaakalaa Barnoota Herregaa Kutaa 6ffaa Boqonnaa 4 fi 5
Qajeelcha: gaaffilee armaan gadii haala gaafatamteen deebisi
1. Intiijariin maali?
2. Miseensota lakkoofsota intiijarii(Z), pozatiiv-intiijarii(Z+) fi negatiiv-intiijarii(Z-) tarreessi.
3. Garaagarummaa pozatiiv-intiijarii fi negatiiv-intiijarii maali?
4. Intiijaroota kennaman waliin madaali.(<, >, =)
a) 0____ -5 b) -2 _____ -10 c) -5 _____ 5
5. Intiijaroota armaan gadii tartiibessi.
a) -2, 0, 3, -6, 8, -10, -1, 9 b) -10, -1, -99, -50, 0, 1
6. Masaanuun lakkoofsotaa maali? fkn waliin ibsi.
7. Intiijaroota armaan gadii qoyyabi.
a) -2+2=_______ b) -3+5=_______
c) -7+3=_______ d) -2-2=_______
e) -5-1=_______ f) 0-4=_______
g) 2-7=_______
h) -2-(-3) =_______ i) -4+(-2) =_______ j) 3-(-3) =_______
k) -3x2=_______ l) -2x(-4) =_______
m) 3x(-3) =_______
n) -8 ÷2=_______
o) -10÷(-5) =_______ p) 8÷(-4) =_______
8. Hima wal-qixaa jechuun maali? Fkn 3 kenni.
9. Hima wal-caalmaa jechuun maali? Fkn 3 kenni.
10. Furmaata himoota armaan gadii barbaadi.
Gaaffilee dabalataaf viidiyoo kanaa gadii daawwadhu.
https://youtu.be/4_HIIwaYsvQ
Comments