top of page

Herrega Kutaa 6ffaa

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Gaaffilee Barnoota Herregaa Kutaa 6ffaa Boqonnaa 3

Gaaffilee armaan gadii haala gaafatamteen deebisi.

1. Firaakshiniin maali?

2. Firaakshiniin akkamitti barreeffama?

3. Fakkeenya firaakshinii kenni.

4. Waamamaa fi waamsisaa firaakshinii kennamee adda baasi.

a) b)

5. Gosoota firaakshinii tarreessi.

6. Maalummaa firaakshinii sirrii fakkeenya waliin ibsi.

7. Maalummaa firaakshinii sirrii hin taanee fakkeenya waliin ibsi.

8. Maalummaa firaakshinii makaa fakkeenya waliin ibsi.

9. Firaakshinii makaa kenname gara firaakshinii sirrii hin taaneetti geeddari.

a) 2 b) 3 c) 3

10. Firaakshinii sirrii hin taane gara firaakshinii makaatti geeddari.

a) b) c)

11. Firaakshinii kenname waliin madaali.(<,>,=)

a) ____ b) ___ c) ____

12. Firaakshinii kenname tartiibessi.

a) , , , , b) , , , ,

13. Firaakshinoota kennaman qoyyabi.

a) + =_____ b) + =_____ c) - =_____ d) - =_____

e) x =_____ f) x =_____ g) ÷ =_____ f) ÷ 5 =_____

14. Firaakshinii kennameef firaakshinoota gitaa barbaadi.

a) b)

15. Deesiimaaliin maali?

16. Fakkeenya deesiimaalota kurnaffaa, dhibbaffaa fi kumaffaa kenni.

17. Lakkoofsa jala sararame qofa gatii bakkaan kaa'i.

a) 0.768 b) 0.5647

c) 0.123 d) 234.875

18. Deesiimaalii kenname waliin madaali.(<, >,=)

a) 0.56____0.65 b) 0. 76_____0.8 c) 0.9___0.78

19. Deesiimaalii kenname tartiibessi.

a) 0.78; 0.8; 0.6; 0.98; 0.54 b) 0.71; 0.76; 0.79; 0.71; 0.74

20. Deesiimaalota kennaman qoyyabi.

a) 0.45 + 0.67=_____ b) 0.98 + 0.7=_____ c) 0.84 - 0.13=_____

d) 65.44 - 10.5=_____ e) 0.9 x 0.01=_____ f) 0.4 x 0.6=_____

g) 0.7 x 100=_____ h) 0.8 ÷ 0.2=______ i) 0.5 ÷ 0.2=_____

21. Dhibbantaan maali? Mallattoo isaa waliin ibsi.

22. Fakkeenya dhibbantaa 3 kenni.

23. Dhibbantaa kenname gara firaakshiniitti geeddari.

a) 45% b) 80%

c) 50% d) 75%

24. Dhibbantaa kenname gara deesiimaalitti geeddari.

a) 67% b) 90%

c) 10% d) 7%

25. Firaakshinii kenname gara dhibbantaatti geeddari.

a) b)

c) d)

26. Firaakshinii kenname gara deesiimaalitti geeddari.

a) b)

c) d)

27. Deesiimaalii kenname gara dhibbantaatti geeddari.

a) 0.6 b) 0.75

c) 1.5 d) 0.06

28. Deesiimaalii kenname gara firaakshiniitti geeddari.

a) 0.7 b) 0.75

c) 5.5 d) 0.25


491 views0 comments

Recent Posts

See All

תגובות


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page