top of page

Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaa

Writer's picture: jemal nasirojemal nasiro

Updated: Nov 18, 2022

BOQONNAA 2

Maatarii Naannoo Keenyaa

2.1 Amalootaa fi uumama maatarii

2.1.1. Hiikkaafi Amaloota Maatarii

2.1.2 Amaloota Suudoowwan Maatarii

2.1.3. Tiyoorii suudoo maatarii

2.1.4. Suudoowwan Jajjaboo,

Dhangala’oo fi Gaasotaa

2.1.5. Jijjiiramoota Faalkaalee

Maatarii

Qabxiliee mairi

  1. Maatariin maali?

  2. Fakkenyaa maatarii kenni.

  3. AMaloota maatariin ittiin ibsamu himi.

  4. Amaloota tiyoorii suudoo maatarii tarreessi.

  5. Garaagarummaa amaloota suudoo jajjaboo, dhangala'oo fi gaasotaa ibsi.

  6. Adeemsa faalkaaleen maatarii tokko gara faalkaa birootti ittiin jijjiiraman barreessi.

HUb. Qabxiilee marii fi qabiyyee olitti tarreeffamaniif ibsa dabalataa viidiyoo lamaan gadii kana keessaa argattu.



69 views0 comments

Recent Posts

See All

Bu'aa Akka Dhibbarraatti Shallaguu.

*Bu'aan daldala tokko keessatti gatiin gurgurtaa(g.g) gatii bittaa (g.b) yoo caaleedha. Bu'aa= g.g - g.b %Bu'aa = (g.g - g.b)/(g.b) x...

Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page