1. Leellisaan Margatti akkas jedhee hime. "Lakkoofsa tokkon yaadaa jira. Lakkoofsicha yoon dachaa taasisu 6 ta'a". Lakkoofsi Leellisaan dura yaade meeqa ture?
Deebii✍️
Lakk. Leellisaan yaade in beekamu. Kanaaf "x" haa jennuu.
"Lakkoofsicha dachaa taasisu jaha ta'a" jechuun 2x=6, x= 3 taha.
Kanaafuu lakoofsichi 3 taha.
2. Ida'amni lakkoofsota intiijarii walitti aanan sadii 24 yoo ta'e; lakkoofsota kana barbaadi.
Mee intiijaricha x haa jennuu
Lakkoofsota walitti aanan jechuun x; x+1 fi x+2 ti.
Ida'amni isaanii jechuunis (x)+ (x+1) +(x+2) =24
=x +x +x +1 +2 =24
=3x+3=24
=3x=21
=x=7_____________1ffaa
=x+1=7+1=8______2ffaa
=x+2=7+2=9______3ffaa
3. Ida'amni lakkoofsota mangoo walitti aanan afurii 128 yoo ta'e, lakkoofsota kaneen barbaadi.
Mee lakkoofsa mangoo "x" haa jennuu
Mangoo walitti aanan jechuun x; x+2; x+4 fi x +6 ti
Ida'ama isaanii jechuunis x; x+2; x+4 fi x +6 ti
=(x)+(x+2)+(x+4)+( x +6)=128
=x+x+2+x+4+x+6=128
=x+x+x+x+2+4+6=128
=4x+12=128
=4x=116
=x=19_______1ffaa
=x+2=19+2=21_______2ffaa
=x+4=19+4=23_______3ffaa
=x+6=19+6=25_______4ffaa
Comments