top of page
Writer's picturejemal nasiro

Kutaa 3

Mata-duree: Lakkoofsota hundaa abbaa dijiitii 3 qabanii liqeeffannaa malee hir'isuu. **Kunis lakkoofsota kennaman mana lakkoofsa isaanitiin barreessuun lakkoofsota mana wal-fakkaataa keessa jiran wal'irraa hir'isuudha. **Fakkeenyaa Viidiyoon kenname ilaaluun gaaffilee armaan gadi kanneen wal-irraa hir'isuun guuti. a) 573 -212=_______ b) 363 - 120=_______ c) 571 - 231=_______ d) 260 - 100=________ e) 343 - 121=_______ f) 397 - 241=_______



49 views0 comments

Recent Posts

See All

Herrega Kutaa 3

Boqonnaa 1 Lakkoofsota Hundaa Hamma 10,000tti Jiran 1.1 Lakkoofsota hundaa hamma 10,000tti jiran gatii bakkaan kaa'uu Qabxiilee marii *...

Herrega Kutaa 2

Boqonnaa 1 Lakkoofsota Hundaa Hamma 1,000tti Jiran 1.1 Lakkoofsota hundaa hamma 1,000tti jiran gatii bakkaan kaa'uu Qabxiilee marii *...

Hiruu Haftee Hin Qabne

💠 Lakkoofsa hundaa kamiiyyuu waliif hiruun hafteen isaa yoo zeeroo ta’e lakkoofsichi haftee hin qabu jechuudha. fkn a) 48 ÷ 4=____ 12...

Comments


Post: Blog2_Post
Post: Music Player
bottom of page